Duula Ministirri Mummee Dr Abiyyi Ahimad bara kanatti biqiltuu biiliyoona 4 dhaabuuf dhiyyeessaniin sochiin biqiltuuwwan dhaabuu bakkeewwan adda addaatti gaggeefamaa tureera. Haaluma kanaanis, hanga ...