Ogeettiin fayyaa Ispeen umuriin ganna 31 guyyoota 20 keessatti marroo lamaaf Koovidiin qabamte - nama yeroo gabaabaa keessatti vaayirasichi irra deebiin qabe taate. Qorannoon gaggeeffame akka ...
Namoonni talaalli Covid-19 marroo lama talaalaman vaayirasichaan qabamuudhaan namoota waliin mana tokko jiraatanitti akka daddabarsan, ogeeyyiin UK faca’iinsa vaayirasichi maatii keessatti qabu ...