Ilaalchaafi yaada qabaniin addaa adda ta'uun ummata qaroomeef yeroo baayyee sababa wal jibbinsaa hin ta'u. Yaadaafi ilaalcha garaa garaa qaban waliif kabajanii jaalalafi obbolummaan waliin jiraachuun ...