Humnoota finxaayellii biyya alaa maandheffachuun mootummaa naannoo Amaaraafi Federaalaa humnaan kuffiisuuf socho'an akka dabarfamanii kennamaniif hojjechaa jiraachuu mootummaan Itoophiyaa beeksise.