Raayyaan ittisa biyyaaa fi humni addaa naannoolee TPLF irratti 'tarkaanfii jabaa fi keessa deebii hin qabne' akka fudhatan' kallattiin kennamuu Waajjirri Ministira Muummee Itoophiyaa hime. Ibsi ...
Kaawunsiiliin humna waraanaa amma Sudaan bulchaa jiruufi gamtaan paartiileen mormituu labsii heeraa mootummaa ce'umsaa hundeessuuf haala mijeessa jedhameerratti walii galan. Jarsummaa Gamtaa Afrikaa ...