Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Mootummaa Ameerikaa Ambaasaaddar Deevid Saatarfiildi fi Itti-aanaan isaanii Paayitan Nofaa har'a Finfinnee akka seenan Waajjirri Dhimma Alaa Ameerikaa beeksise.